Qari
Murottal Audio
وَالتِّيْنِ وَالزَّيْتُوْنِۙ
wat-tīni waz-zaitūn(i).
By (firii) Harbuu fi (firii) Zayitii, .
وَطُوْرِ سِيْنِيْنَۙ
wa ṭūri sīnīn(a).
Tulluu Siinaatiif jecha, .
وَهٰذَا الْبَلَدِ الْاَمِيْنِۙ
wa hāżal-baladil-amīn(i).
akkasumas biyya nagaa (Makkaa) kanaaf jecha.
لَقَدْ خَلَقْنَا الْاِنْسَانَ فِيْٓ اَحْسَنِ تَقْوِيْمٍۖ
laqad khalaqnal-insāna fī aḥsani taqwīm(in).
Dhugumatti, Nuyi nama bifa gaarii ta'een uumneerra, .
ثُمَّ رَدَدْنٰهُ اَسْفَلَ سٰفِلِيْنَۙ
Ṡumma radadnāhu asfala sāfilīn(a).
sana booda Bakka gadi aanaa ta'etti isa deebifne, .
اِلَّا الَّذِيْنَ اٰمَنُوْا وَعَمِلُوا الصّٰلِحٰتِ فَلَهُمْ اَجْرٌ غَيْرُ مَمْنُوْنٍۗ
illal-lażīna āmanū wa ‘amiluṣ-ṣāliḥāti falahum ajrun gairu mamnūn(in).
warra amananii fi hojii gaarii hojjetan malee; sana booda badhaasa dhuma hin qabne ni argatu.
فَمَا يُكَذِّبُكَ بَعْدُ بِالدِّيْنِۗ
famā yukażżibuka ba‘du bid-dīn(i).
Egaa maaltu isaan (ragaalee) booda Guyyaa mindaa si dhowwu?
اَلَيْسَ اللّٰهُ بِاَحْكَمِ الْحٰكِمِيْنَ ࣖ
alaisallāhu bi'aḥkamil-ḥākimīn(a).
Rabbiin abbaa murtii qajeelaa mitii?