Islaamaa seeni, asi tuqi
Islaama Al-Haq: Qur’aana fi Hadith
(Islaama dhugaa)

Q.S Annaas (اَلنَّاس) - 6 Baay’ina Keeyyata

(Namoota)

Qari

Murottal Audio

1

قُلْ اَعُوْذُ بِرَبِّ النَّاسِۙ

qul a‘ūżu birabbin-nās(i).

Jedhi, "Ani Gooftaa ilma namaatti maganfadha;


2

مَلِكِ النَّاسِۙ

malikin-nās(i).

Mootii dhala namaa, .


3

اِلٰهِ النَّاسِۙ

ilāhin-nās(i).

waaqeffannaa namaa, .


4

مِنْ شَرِّ الْوَسْوَاسِ ەۙ الْخَنَّاسِۖ

min syarril-waswāsil-khannās(i).

hammeenya (hasaasa) sheyxaana dhokataa irraa, .


5

الَّذِيْ يُوَسْوِسُ فِيْ صُدُوْرِ النَّاسِۙ

allażī yuwaswisu fī ṣudūrin-nās(i).

kan harma namaatti hasaasu (hamaa), .


6

مِنَ الْجِنَّةِ وَالنَّاسِ ࣖ

minal jinnati wan-nās(i).

(gita) jinnii fi nama irraa.”