Islaamaa seeni, asi tuqi
Islaama Al-Haq: Qur’aana fi Hadith
(Islaama dhugaa)



Mata duree - Makan dan Minum Makanan Undangan makan Hak orang lain pada makanan Hak orang miskin pada makanan
Bu’aan barbaacha aayata :
Walumaagalatti aayata : 4
44
Q.S Almuddaththir (74:44)

وَلَمْ نَكُ نُطْعِمُ الْمِسْكِيْنَۙ

wa lam naku nuṭ‘imul-miskīn(a).

nutis (akkasumas) hiyyeessa hin nyaachifnu, .


8
Q.S Al-Insaan (76:8)

وَيُطْعِمُوْنَ الطَّعَامَ عَلٰى حُبِّهٖ مِسْكِيْنًا وَّيَتِيْمًا وَّاَسِيْرًا

wa yuṭ‘imūnaṭ-ṭa‘āma ‘alā ḥubbihī miskīnaw wa yatīmaw wa asīrā(n).

Nyaata jaallatan immoo hiyyeeyyii, yatiima fi booji’amtootaaf ni kennu, .


18
Q.S Alfajr (89:18)

وَلَا تَحٰۤضُّوْنَ عَلٰى طَعَامِ الْمِسْكِيْنِۙ

wa lā taḥāḍḍūna ‘alā ṭa‘āmil-miskīn(i).

hiyyeeyyii nyaachisuufis wal hin jajjabeessitu, .


16
Q.S Albalad (90:16)

اَوْ مِسْكِيْنًا ذَا مَتْرَبَةٍۗ

au miskīnan żā matrabah(tin).

ykn namoota baay’ee hiyyeeyyii ta’an.