وَقَاتِلُوْا فِيْ سَبِيْلِ اللّٰهِ الَّذِيْنَ يُقَاتِلُوْنَكُمْ وَلَا تَعْتَدُوْا ۗ اِنَّ اللّٰهَ لَا يُحِبُّ الْمُعْتَدِيْنَ
wa qātilū fī sabīlillāhil-lażīna yuqātilūnakum wa lā ta‘tadū, innallāha lā yuḥibbul-mu‘tadīn(a).
Warra isin lolan immoo karaa Rabbii irratti falmaa malee daangaa hin dabarsin. Dhugumatti Rabbiin namoota daangaa darban hin jaalatu.
اَلَمْ تَرَ اِلَى الَّذِيْنَ قِيْلَ لَهُمْ كُفُّوْٓا اَيْدِيَكُمْ وَاَقِيْمُوا الصَّلٰوةَ وَاٰتُوا الزَّكٰوةَۚ فَلَمَّا كُتِبَ عَلَيْهِمُ الْقِتَالُ اِذَا فَرِيْقٌ مِّنْهُمْ يَخْشَوْنَ النَّاسَ كَخَشْيَةِ اللّٰهِ اَوْ اَشَدَّ خَشْيَةً ۚ وَقَالُوْا رَبَّنَا لِمَ كَتَبْتَ عَلَيْنَا الْقِتَالَۚ لَوْلَآ اَخَّرْتَنَآ اِلٰٓى اَجَلٍ قَرِيْبٍۗ قُلْ مَتَاعُ الدُّنْيَا قَلِيْلٌۚ وَالْاٰخِرَةُ خَيْرٌ لِّمَنِ اتَّقٰىۗ وَلَا تُظْلَمُوْنَ فَتِيْلًا
alam tara ilal-lażīna qīla lahum kuffū aidiyakum wa aqīmuṣ-ṣalāta wa ātuz-zakāt(a), fa lammā kutiba ‘alaihimul-qitālu iżā farīqum minhum yakhsyaunan-nāsa kakhasy-yatillāhi au asyadda khasy-yah(tan), wa qālū rabbanā lima katabta ‘alainal-qitāl(a), lau lā akhkhartanā ilā ajalin qarīb(in), qul matā‘ud-dun-yā qalīl(un), wal-ākhiratu khairul limanittaqā, wa lā tuẓlamūna fatīlā(n).
Namoota "harka keessan (lola irraa of qusadhaa), salaata raawwadhaa, zakaa godhaa!" Yeroo loluuf dirqama ta’e akka tasaa isaan keessaa (munaafiqonni) gariin namaa (diina) sodaatan , akkuma Rabbiin sodaatan, kana caalaa sodaatan (kana caalaa). Isaanis, "Yaa Gooftaa keenya maaliif akka qabsaa'uuf dirqama nutti goote? Maaliif (dirqama loluuf) yeroo muraasaaf nu hin turre?" Akkana jedhi, "Addunyaa kana irratti gammachuun xiqqaadha jireenyi boodaa warra Waaqayyoon sodaataniif (lolaaf badhaasa argachuu) ni caala, xiqqoollee hin jal'attu."
اُذِنَ لِلَّذِيْنَ يُقَاتَلُوْنَ بِاَنَّهُمْ ظُلِمُوْاۗ وَاِنَّ اللّٰهَ عَلٰى نَصْرِهِمْ لَقَدِيْرٌ ۙ
użina lil-lażīna yuqātalūna bi'annahum ẓulimū, wa innallāha ‘alā naṣrihim laqadīr(un).
Warra lolamaa jiruuf (loluun) ni hayyamama, sababni isaas dhugaa irratti jal'inni waan raawwatameef. Dhugumatti Rabbiin olta’aan isaan gargaara, .