Islaamaa seeni, asi tuqi
Islaama Al-Haq: Qur’aana fi Hadith
(Islaama dhugaa)



Mata duree - Al-Qur'an Kisah-kisah dan perumpamaan dalam Al Qur'an Kisah-kisah Al Qur'an Kisah orang-orang Nasrani dalam Alquran Kemurkaan Allah terhadap orang Nasrani

Bu’aan barbaacha aayata :
Walumaagalatti aayata : 4
7
Q.S Alfaatihah (1:7)

صِرَاطَ الَّذِيْنَ اَنْعَمْتَ عَلَيْهِمْ ەۙ غَيْرِ الْمَغْضُوْبِ عَلَيْهِمْ وَلَا الضَّاۤلِّيْنَ ࣖ

Ṣirāṭal-lażīna an‘amta ‘alaihim, gairil-magḍūbi ‘alaihim wa laḍ-ḍāllīn(a).

(jechuunis) daandii warra Ati tola itti kennite; (karaa) warra dallananii miti, (karaa) warra karaa irraa maqaniis miti.


14
Q.S Almaa’idaa (5:14)

وَمِنَ الَّذِيْنَ قَالُوْٓا اِنَّا نَصٰرٰٓى اَخَذْنَا مِيْثَاقَهُمْ فَنَسُوْا حَظًّا مِّمَّا ذُكِّرُوْا بِهٖۖ فَاَغْرَيْنَا بَيْنَهُمُ الْعَدَاوَةَ وَالْبَغْضَاۤءَ اِلٰى يَوْمِ الْقِيٰمَةِ ۗ وَسَوْفَ يُنَبِّئُهُمُ اللّٰهُ بِمَا كَانُوْا يَصْنَعُوْنَ

wa minal-lażīna qālū innā naṣārā akhażnā mīṡāqahum fa nasū ḥaẓẓam mimmā żukkirū bih(ī), fa agrainā bainahumul-‘adāwata wal-bagḍā'a ilā yaumil-qiyāmah(ti), wa saufa yunabbi'uhumullāhu bimā kānū yaṣna‘ūn(a).

Warra "Nuti Kiristaana" jedhan keessaa immoo kakuu isaanii fudhanneerra, isaan garuu (itti yaadanii) ergaa ittiin akeekkachiifaman tokko tokko dagatu, kanaaf hanga Guyyaa Qiyaamaa isaan gidduutti diinummaa fi jibba kaasnee jirra. Rabbiin immoo yeroo dhiyootti wanta duraan hojjetan isaan beeksisa.


73
Q.S Almaa’idaa (5:73)

لَقَدْ كَفَرَ الَّذِيْنَ قَالُوْٓا اِنَّ اللّٰهَ ثَالِثُ ثَلٰثَةٍ ۘ وَمَا مِنْ اِلٰهٍ اِلَّآ اِلٰهٌ وَّاحِدٌ ۗوَاِنْ لَّمْ يَنْتَهُوْا عَمَّا يَقُوْلُوْنَ لَيَمَسَّنَّ الَّذِيْنَ كَفَرُوْا مِنْهُمْ عَذَابٌ اَلِيْمٌ

laqad kafaral-lażīna qālū innallāha ṡāliṡu ṡalāsah(tin), wa mā min ilāhin illā ilāhuw wāḥid(un), wa illam yantahū ‘ammā yaqūlūna layamassannal-lażīna kafarū minhum ‘ażābun alīm(un).

Dhugumatti, warri Rabbiin sadan keessaa tokkodha jedhan, Waaqa Tokkicha malee gabbarri (kan gabbaramuu mirga qabu) hin jirre ta’us, kafaraniiru. Waan dubbatan irraa yoo hin dhaabbanne, warri isaan keessaa kafaran adabbii nama dhukkubsu akka isaan irra gahu hin shakkisiisu.


30
Q.S Attawbaa (9:30)

وَقَالَتِ الْيَهُوْدُ عُزَيْرُ ِۨابْنُ اللّٰهِ وَقَالَتِ النَّصٰرَى الْمَسِيْحُ ابْنُ اللّٰهِ ۗذٰلِكَ قَوْلُهُمْ بِاَفْوَاهِهِمْۚ يُضَاهِـُٔوْنَ قَوْلَ الَّذِيْنَ كَفَرُوْا مِنْ قَبْلُ ۗقَاتَلَهُمُ اللّٰهُ ۚ اَنّٰى يُؤْفَكُوْنَ

wa qālatil-yahūdu ‘uzairunibnullāhi wa qālatin-naṣāral-masīḥubnullāh(i), żālika qauluhum bi'afwāhihim, yuḍāhi'ūna qaulal-lażīna kafarū min qabl(u), qātalahumullāh(u), annā yu'fakūn(a).

Yahuudonnis “Uzaayiir ilma Rabbii” jedhanii, Kiristaanonni immoo “Masiihii ilma Rabbii” jedhan. Jechoonni afaan isaanii keessaa bahan sun. Jecha kaafiroota duraanii fakkeessanii turan. Rabbiin isaan abaarsa; akkamitti ofirraa garagalan?