Islaamaa seeni, asi tuqi
Islaama Al-Haq: Qur’aana fi Hadith
(Islaama dhugaa)



Mata duree - Al-Qur'an Pemeliharaan Al-Qur’an

Bu’aan barbaacha aayata :
Walumaagalatti aayata : 2
9
Q.S Alhijr (15:9)

اِنَّا نَحْنُ نَزَّلْنَا الذِّكْرَ وَاِنَّا لَهٗ لَحٰفِظُوْنَ

innā naḥnu nazzalnaż-żikra wa innā lahū laḥāfiẓūn(a).

Dhugumatti Qur’aana kan buuse Nuti, dhugumatti Nuti (akkasumas) tikfna.


17
Q.S Alqiyaamah (75:17)

اِنَّ عَلَيْنَا جَمْعَهٗ وَقُرْاٰنَهٗ ۚ

inna ‘alainā jam‘ahū wa qur'ānah(ū).

Dhugumatti, (harka kee keessatti) walitti qabnee ni qara’ina.