Islaamaa seeni, asi tuqi
Islaama Al-Haq: Qur’aana fi Hadith
(Islaama dhugaa)



Mata duree - Surga dan Neraka Neraka Keadaan di neraka

Bu’aan barbaacha aayata :
Walumaagalatti aayata : 6
7
Q.S Almulk (67:7)

اِذَآ اُلْقُوْا فِيْهَا سَمِعُوْا لَهَا شَهِيْقًا وَّهِيَ تَفُوْرُۙ

iżā ulqū fīhā sami‘ū lahā syahīqaw wa hiya tafūr(u).

Yommuu itti darbataman sagalee hamaa si’ool, utuu ibiddaan gubatu dhaga’an, .


8
Q.S Almulk (67:8)

تَكَادُ تَمَيَّزُ مِنَ الْغَيْظِۗ كُلَّمَآ اُلْقِيَ فِيْهَا فَوْجٌ سَاَلَهُمْ خَزَنَتُهَآ اَلَمْ يَأْتِكُمْ نَذِيْرٌۙ

takādu tamayyazu minal-gaiẓ(i), kullamā ulqiya fīhā faujun sa'alahum khazanatuhā alam ya'tikum nażīr(un).

aariidhaan dhoo’uutti dhihaate. Yeroo hunda gareen (kaafiroota) itti darbatamu, eegdonni ishee (isaan ni gaafatu), “Akeekkachisaan gara keessan (dunyaa tana keessatti) dhufe hin turree?”


6
Q.S Alhumazah (104:6)

نَارُ اللّٰهِ الْمُوْقَدَةُۙ

nārullāhil-mūqadah(tu).

(Jechuun) ibidda (adabbii) Rabbii kan boba’e, .


7
Q.S Alhumazah (104:7)

الَّتِيْ تَطَّلِعُ عَلَى الْاَفْـِٕدَةِۗ

allatī taṭṭali‘u ‘alal-af'idah(ti).

kan (gubatu) garaatti.


8
Q.S Alhumazah (104:8)

اِنَّهَا عَلَيْهِمْ مُّؤْصَدَةٌۙ

innahā ‘alaihim mu'ṣadah(tun).

Dhugumatti ibiddi (ofii isaanii) irratti cimsee cufamee jira, .


9
Q.S Alhumazah (104:9)

فِيْ عَمَدٍ مُّمَدَّدَةٍ ࣖ

fī ‘amadim mumaddadah(tin).

(osoo jiranii) utubaa dheeraa irratti hidhaman.