Islaamaa seeni, asi tuqi
Islaama Al-Haq: Qur’aana fi Hadith
(Islaama dhugaa)



Mata duree - Haji Sa'i antara shafa dan marwah

Bu’aan barbaacha aayata :
Walumaagalatti aayata : 3
125
Q.S Albaqaraa (2:125)

وَاِذْ جَعَلْنَا الْبَيْتَ مَثَابَةً لِّلنَّاسِ وَاَمْنًاۗ وَاتَّخِذُوْا مِنْ مَّقَامِ اِبْرٰهٖمَ مُصَلًّىۗ وَعَهِدْنَآ اِلٰٓى اِبْرٰهٖمَ وَاِسْمٰعِيْلَ اَنْ طَهِّرَا بَيْتِيَ لِلطَّاۤىِٕفِيْنَ وَالْعٰكِفِيْنَ وَالرُّكَّعِ السُّجُوْدِ

wa iż ja‘alnal-baita maṡābatal lin-nāsi wa amnā(n), wattakhiżū mim maqāmi ibrāhīma muṣallā(n), wa ‘ahidnā ilā ibrāhīma wa ismā‘īla an ṭahhirā baitiya liṭ-ṭā'ifīna wal-‘ākifīna war-rukka‘is-sujūd(i).

Akkasumas (yaadadhaa), yeroo mana (Kaabaa) bakka walitti qabamuu fi bakka nagaa namootaaf taasifnu. Maqam Ibraahim immoo bakka salaataa godhi. Akkasumas Ibraahimaa fi Ismaa'iilii ajajnee jirra, "Warra tawaaf, warra iktikaaf, warra sagadanii fi warra sujuudaniif mana kiyya qulqulleessi!"


158
Q.S Albaqaraa (2:158)

۞ اِنَّ الصَّفَا وَالْمَرْوَةَ مِنْ شَعَاۤىِٕرِ اللّٰهِ ۚ فَمَنْ حَجَّ الْبَيْتَ اَوِ اعْتَمَرَ فَلَا جُنَاحَ عَلَيْهِ اَنْ يَّطَّوَّفَ بِهِمَا ۗ وَمَنْ تَطَوَّعَ خَيْرًاۙ فَاِنَّ اللّٰهَ شَاكِرٌ عَلِيْمٌ

innaṣ-ṣafā wal-marwata min sya‘ā'irillāh(i), faman ḥajjal-baita awi‘tamara falā junāḥa ‘alaihi ay yaṭṭawwafa bihimā, wa man taṭawwa‘a khairan fa innallāha syākirun ‘alīm(un).

Dhugumatti Safaa fi Marwaan mallattoolee amantii Rabbii keessaa tokko. Kanaafu, namni hajjii mana ykn umraa godhe, yoo isaan jidduutti Saa’i godhe dilii isarra hin jiru. Namni fedhiidhaan hojii gaggaarii hojjatu immoo Rabbiin galateeffataa fi beekaadha.


29
Q.S Alhajji (22:29)

ثُمَّ لْيَقْضُوْا تَفَثَهُمْ وَلْيُوْفُوْا نُذُوْرَهُمْ وَلْيَطَّوَّفُوْا بِالْبَيْتِ الْعَتِيْقِ

Ṡummal yaqḍū tafaṡafahum wal yūfū nużūrahum wal yaṭṭawwafū bil-baitil-‘atīq(i).

Ergasii, xurii (kan qaama isaanii irra jiru) haa buqqisan, irbuu isaanii haa xumuran, naannoo mana durii (Baitullah) taawaaf haa godhan.