Islaamaa seeni, asi tuqi
Islaama Al-Haq: Qur’aana fi Hadith
(Islaama dhugaa)



Mata duree - Bangsa-bangsa terdahulu Nabi-nabi Kisah-kisah para rasul Nabi Ibrahim AS Nabi ibrahim as. menunaikan ibadah haji

Bu’aan barbaacha aayata :
Walumaagalatti aayata : 2
128
Q.S Albaqaraa (2:128)

رَبَّنَا وَاجْعَلْنَا مُسْلِمَيْنِ لَكَ وَمِنْ ذُرِّيَّتِنَآ اُمَّةً مُّسْلِمَةً لَّكَۖ وَاَرِنَا مَنَاسِكَنَا وَتُبْ عَلَيْنَا ۚ اِنَّكَ اَنْتَ التَّوَّابُ الرَّحِيْمُ

rabbanā waj‘alnā muslimaini laka wa min żurriyyatinā ummatam muslimatal lak(a), wa arinā manāsikanā wa tub ‘alainā, innaka antat-tawwābur-raḥīm(u).

Yaa Gooftaa keenya namoota siif bitaman, ijoollee fi ilmaan keenya (akkasumas) namoota siif bitamanii fi karaa ibaadaa (hajjii) keenya itti raawwannu nutti argisiisi, towbaa keenyas qeebaluu. Dhugumatti, Ati Towbaa Irra Fudhataa, Rahmata Gooftaadha.


27
Q.S Alhajji (22:27)

وَاَذِّنْ فِى النَّاسِ بِالْحَجِّ يَأْتُوْكَ رِجَالًا وَّعَلٰى كُلِّ ضَامِرٍ يَّأْتِيْنَ مِنْ كُلِّ فَجٍّ عَمِيْقٍ ۙ

wa ażżin fin-nāsi bil-ḥajji ya'tūka rijālaw wa ‘alā kulli ḍāmiriy ya'tīna min kulli fajjin ‘amīq(in).

Namootas waami Hajjii godhan, miilaan, ykn gaala haphii hunda irra yaabbatanii, golee fagoo hunda irraa ni dhufu.