Islaamaa seeni, asi tuqi
Islaama Al-Haq: Qur’aana fi Hadith
(Islaama dhugaa)



Mata duree - Akhlak dan Adab Etika dan hak-hak umum Etika berbicara Gubahan syair Syair yang dibolehkan

Bu’aan barbaacha aayata :
Walumaagalatti aayata : 1
227
Q.S Ash-Shu’araa’ (26:227)

اِلَّا الَّذِيْنَ اٰمَنُوْا وَعَمِلُوا الصّٰلِحٰتِ وَذَكَرُوا اللّٰهَ كَثِيْرًا وَّانْتَصَرُوْا مِنْۢ بَعْدِ مَا ظُلِمُوْا ۗوَسَيَعْلَمُ الَّذِيْنَ ظَلَمُوْٓا اَيَّ مُنْقَلَبٍ يَّنْقَلِبُوْنَ ࣖ

illal-lażīna āmanū wa ‘amiluṣ-ṣāliḥāti wa żakarullāha kaṡīraw wantaṣarū mim ba‘di mā ẓulimū, wa saya‘lamul-lażīna ẓalamū ayya munqalabiy yanqalibūn(a).

Warra (walaloo barreessitoota) amananii fi hojii gaggaarii hojjatanii fi baay’ee Rabbiin yaadatan fi erga jallinaan booda injifatan (walaloo warra kaafirootaaf deebii kennuudhaan) malee. Warri badii hojjetanis yeroo dhiyootti bakka kamitti akka deebi’an ni beeku.