Islaamaa seeni, asi tuqi
Islaama Al-Haq: Qur’aana fi Hadith
(Islaama dhugaa)



Mata duree - Kisah-kisah dan perumpamaan dalam Al Qur'an Kisah-kisah Al Qur'an Kisah penciptaan manusia Macam jiwa manusia Nafs ammarah

Bu’aan barbaacha aayata :
Walumaagalatti aayata : 2
79
Q.S Annisaa’i (4:79)

مَآ اَصَابَكَ مِنْ حَسَنَةٍ فَمِنَ اللّٰهِ ۖ وَمَآ اَصَابَكَ مِنْ سَيِّئَةٍ فَمِنْ نَّفْسِكَ ۗ وَاَرْسَلْنٰكَ لِلنَّاسِ رَسُوْلًا ۗ وَكَفٰى بِاللّٰهِ شَهِيْدًا

mā aṣābaka min ḥasanatin fa minallāh(i), wa mā aṣābaka min sayyi'atin fa min nafsik(a), wa arsalnāka lin-nāsi rasūlā(n), wa kafā billāhi syahīdā(n).

Wanti gaariin ati argattu, Rabbiin biraati, wanti badii si mudate, kan kee (badii) kee irraati. Si (Muhammad) dhala namaa (hundaaf) Ergamaa goonee si ergine. Rabbiin immoo ragaa ta’ee gahaadha.


53
Q.S Yuusuf (12:53)

۞ وَمَآ اُبَرِّئُ نَفْسِيْۚ اِنَّ النَّفْسَ لَاَمَّارَةٌ ۢ بِالسُّوْۤءِ اِلَّا مَا رَحِمَ رَبِّيْۗ اِنَّ رَبِّيْ غَفُوْرٌ رَّحِيْمٌ

wa mā ubarri'u nafsī, innan-nafsa la'ammāratum bis-sū'i illā mā raḥima rabbī, inna rabbī gafūrur raḥīm(un).

Ani immoo (dogongora irraa) bilisa ta’uu koo (hin labsu), sababiin isaas dhugaa dubbachuuf fedhiin yeroo hundumaa gara badiitti nama geessa, (kajeellaa) Gooftaan koo rahmata itti kenne malee. Dhugumatti Gooftaan kiyya Araaramaa, Rahmata godhaa dha.