Islaamaa seeni, asi tuqi
Islaama Al-Haq: Qur’aana fi Hadith
(Islaama dhugaa)



Mata duree - Al-Qur'an Kisah-kisah dan perumpamaan dalam Al Qur'an Kisah-kisah Al Qur'an Kisah Maryam dan Al Qur'an Keutamaan Maryam dari wanita-wanita lain

Bu’aan barbaacha aayata :
Walumaagalatti aayata : 2
42
Q.S Aali Imraan (3:42)

وَاِذْ قَالَتِ الْمَلٰۤىِٕكَةُ يٰمَرْيَمُ اِنَّ اللّٰهَ اصْطَفٰىكِ وَطَهَّرَكِ وَاصْطَفٰىكِ عَلٰى نِسَاۤءِ الْعٰلَمِيْنَ

wa iż qālatil-malā'ikatu yā maryama innallāhaṣṭafāki wa ṭahharaki waṣṭafāki ‘alā nisā'il-‘ālamīn(a).

Akkasumas (yaadadhu) yeroo malaaykonni "yaa Maariyaam! Dhugumatti Rabbiin si filatee, si qulqulleesse, dubartoota addunyaa hunda (yeroo sana) hunda caalaa si dursee si kenne.


12
Q.S Attahriim (66:12)

وَمَرْيَمَ ابْنَتَ عِمْرٰنَ الَّتِيْٓ اَحْصَنَتْ فَرْجَهَا فَنَفَخْنَا فِيْهِ مِنْ رُّوْحِنَا وَصَدَّقَتْ بِكَلِمٰتِ رَبِّهَا وَكُتُبِهٖ وَكَانَتْ مِنَ الْقٰنِتِيْنَ ࣖ ۔

wa maryamabnata ‘imrānal-latī aḥṣanat farjahā fa nafakhnā fīhi mir rūḥinā wa ṣaddaqat bikalimāti rabbihā wa kutubihī wa kānat minal-qānitīn(a).

akkasumas Maariyaam intala Imraan kabaja ishee eegde, sana booda hafuura Keenya (uumame) keessaa muraasa gara gadameessa isheetti afuura baasne; jecha Gooftaa isaa fi kitaabota Isaas ni mirkaneesse; namoota ajajaman keessaas tokko ture.