قُتِلَ اَصْحٰبُ الْاُخْدُوْدِۙ
qutila aṣḥābul-ukhdūd(i).
Warra boolla tolchan (jechuunis hoggantoota Najran Yaman), .
اِذْ هُمْ عَلَيْهَا قُعُوْدٌۙ
iż hum ‘alaihā qu‘ūd(un).
akkuma naannoo isaa taa'anii, .
وَّهُمْ عَلٰى مَا يَفْعَلُوْنَ بِالْمُؤْمِنِيْنَ شُهُوْدٌ ۗ
wa hum ‘alā mā yaf‘alūna bil-mu'minīna syuhūd(un).
waan amantoota irratti raawwatan osoo arganii.
وَمَا نَقَمُوْا مِنْهُمْ اِلَّآ اَنْ يُّؤْمِنُوْا بِاللّٰهِ الْعَزِيْزِ الْحَمِيْدِۙ
wa mā naqamū minhum illā ay yu'minū billāhil-‘azīzil-ḥamīd(i).
Akkasumas (mu’mintoonni) Rabbii olta’aa, Faarfatamaa, .
الَّذِيْ لَهٗ مُلْكُ السَّمٰوٰتِ وَالْاَرْضِ ۗوَاللّٰهُ عَلٰى كُلِّ شَيْءٍ شَهِيْدٌ ۗ
allażī lahū mulkus-samāwāti wal-arḍ(i), wallāhu ‘alā kulli syai'in syahīd(un).
kan mootummaa samii fi lafaa qabu. Rabbiin immoo Ragaa waan hundaati.
اِنَّ الَّذِيْنَ فَتَنُوا الْمُؤْمِنِيْنَ وَالْمُؤْمِنٰتِ ثُمَّ لَمْ يَتُوْبُوْا فَلَهُمْ عَذَابُ جَهَنَّمَ وَلَهُمْ عَذَابُ الْحَرِيْقِۗ
innal-lażīna fatanul-mu'minīna wal-mu'mināti ṡumma lam yatūbū fa lahum ‘ażābu jahannama wa lahum ‘ażābul-ḥarīq(i).
Dhugumatti, warri mu’mintoota dhiiraa fi dubaraa irratti qorumsa (balaa, ajjeechaa, dararaa) fidanii ergasii towbaa hin baane, sana booda adabbii Jahannam ni rakkatu, adabbii (jahannam) gubatu ni argatu.