وَلَا تَطْرُدِ الَّذِيْنَ يَدْعُوْنَ رَبَّهُمْ بِالْغَدٰوةِ وَالْعَشِيِّ يُرِيْدُوْنَ وَجْهَهٗ ۗمَا عَلَيْكَ مِنْ حِسَابِهِمْ مِّنْ شَيْءٍ وَّمَا مِنْ حِسَابِكَ عَلَيْهِمْ مِّنْ شَيْءٍ فَتَطْرُدَهُمْ فَتَكُوْنَ مِنَ الظّٰلِمِيْنَ
wa lā taṭrudil-lażīna yad‘ūna rabbahum bil-gadāti wal-‘asyiyyi yurīdūna wajhah(ū), mā ‘alaika min ḥisābihim min syai'iw wa mā min ḥisābika ‘alaihim min syai'in fa taṭrudahum fa takūna minaẓ-ẓālimīn(a).
Warra ganamaa fi galgala Rabbii isaanii waamu hin ariinaa, isaan gammachuu Isaa abdatu. Gocha isaaniitiif itti gaafatamummaa xiqqoollee hin baattu isaanis gocha keetiif itti gaafatamummaa xiqqoollee hin baatan, kanaafidha ati (mirga qabda) isaan ari’uuf, akka ati warra badii hojjetan keessaa tokko taatuuf.
وَاصْبِرْ نَفْسَكَ مَعَ الَّذِيْنَ يَدْعُوْنَ رَبَّهُمْ بِالْغَدٰوةِ وَالْعَشِيِّ يُرِيْدُوْنَ وَجْهَهٗ وَلَا تَعْدُ عَيْنٰكَ عَنْهُمْۚ تُرِيْدُ زِيْنَةَ الْحَيٰوةِ الدُّنْيَاۚ وَلَا تُطِعْ مَنْ اَغْفَلْنَا قَلْبَهٗ عَنْ ذِكْرِنَا وَاتَّبَعَ هَوٰىهُ وَكَانَ اَمْرُهٗ فُرُطًا
waṣbir nafsaka ma‘al-lażīna yad‘ūna rabbahum bil-gadāti wal-‘asyiyyi yurīdūna wajhahū wa lā ta‘du ‘aināka ‘anhum, turīdu zīnatal-ḥayātid-dun-yā, wa lā tuṭi‘ man agfalnā qalbahū ‘an żikrinā wattaba‘a hawāhu wa kāna amruhū furuṭā(n).
Akkasumas yaa (Muhammad) warra ganamaa fi galgala Rabbii isaanii waammatan, rakkataa Isaa abdachuun obsaa; ija keessan immoo isaan irraa hin deebisin (sababni isaas) isaan faaya jireenya addunyaa abdatan; akkasumas warra qalbii isaanii Nu yaadachuu tuffanne, fedhii isaanii fi haalli isaanii sarara qaxxaamuree hordofaa hin hordofinaa.