91
Q.S Attawbaa (9:91)
لَيْسَ عَلَى الضُّعَفَاۤءِ وَلَا عَلَى الْمَرْضٰى وَلَا عَلَى الَّذِيْنَ لَا يَجِدُوْنَ مَا يُنْفِقُوْنَ حَرَجٌ اِذَا نَصَحُوْا لِلّٰهِ وَرَسُوْلِهٖۗ مَا عَلَى الْمُحْسِنِيْنَ مِنْ سَبِيْلٍ ۗوَاللّٰهُ غَفُوْرٌ رَّحِيْمٌۙ
laisa ‘alaḍ-ḍu‘afā'i wa lā ‘alal-marḍā wa lā ‘alal-lażīna lā yajidūna mā yunfiqūna ḥarajun iżā naṣaḥū lillāhi wa rasūlih(ī), mā ‘alal-muḥsinīna min sabīl(in), wallāhu gafūrur raḥīm(un).
Warra dadhabaa, dhukkubsataa fi warra wanta baasan hin arganneef, yoo Rabbii fi Ergamaa Isaatiif ikhlaasa qabaatan dilii (waraana seenuu dhabuu) hin jiru. Namoota waan gaarii hojjetan komachuuf sababni tokkollee hin jiru. Rabbiin immoo Araarama, Rahmata, .