148
Q.S Annisaa’i (4:148)
۞ لَا يُحِبُّ اللّٰهُ الْجَهْرَ بِالسُّوْۤءِ مِنَ الْقَوْلِ اِلَّا مَنْ ظُلِمَ ۗ وَكَانَ اللّٰهُ سَمِيْعًا عَلِيْمًا
lā yuḥibbullāhul-jahra bis-sū'i minal-qauli illā man ẓulim(a), wa kānallāhu samī‘an ‘alīmā(n).
Rabbiin jechoota badaa, (kan dubbataman) ifatti hin jaalatu namoota badii irra gahe malee. Rabbiin immoo nama hunda dhaga’aa, waan hunda beekudha.