وَوَصَّيْنَا الْاِنْسَانَ بِوَالِدَيْهِ اِحْسَانًا ۗحَمَلَتْهُ اُمُّهٗ كُرْهًا وَّوَضَعَتْهُ كُرْهًا ۗوَحَمْلُهٗ وَفِصٰلُهٗ ثَلٰثُوْنَ شَهْرًا ۗحَتّٰىٓ اِذَا بَلَغَ اَشُدَّهٗ وَبَلَغَ اَرْبَعِيْنَ سَنَةًۙ قَالَ رَبِّ اَوْزِعْنِيْٓ اَنْ اَشْكُرَ نِعْمَتَكَ الَّتِيْٓ اَنْعَمْتَ عَلَيَّ وَعَلٰى وَالِدَيَّ وَاَنْ اَعْمَلَ صَالِحًا تَرْضٰىهُ وَاَصْلِحْ لِيْ فِيْ ذُرِّيَّتِيْۗ اِنِّيْ تُبْتُ اِلَيْكَ وَاِنِّيْ مِنَ الْمُسْلِمِيْنَ
wa waṣṣainal-insāna biwālidaihi iḥsānā(n), ḥamalathu ummuhū kurhaw wa waḍa‘athu kurhā(n), wa ḥamluhū wa fiṣāluhū ṡalāṡūna syahrā(n), ḥattā iżā balaga asyuddahū wa balaga arba‘īna sanah(tan), qāla rabbi auzi‘nī an asykura ni‘matakal-latī an‘amta ‘alayya wa ‘alā wālidayya wa an a‘mala ṣāliḥan tarḍāhu wa aṣliḥ lī fī żurriyyatī, innī tubtu ilaika wa innī minal-muslimīn(a).
Ilmaan namootaas warra isaaniif waan gaarii akka hojjetan ajajne. Haati isaa rakkinaan isa ulfooftee, rakkinaan (akkasumas) deesse. Yeroon ulfaa hanga harma irraa cituutti ji'a soddoma waan ta'eef, yeroo inni (mucaan) nama guddaa ta'ee waggaa afurtama ga'u "yaa Gooftaa koo, eebba kee kan ati anaafis ta'e warra kootiif kennite akkan galateeffadhuuf qajeelfama naaf kenni akkasumas hojii gaarii ati raggaasifte akkan hojjedhu; gaarummaas gara ijoollee fi ilmaan ilmaan kootti gad yaa'u naaf kenni" jedhee kadhata. Dhugumatti Sitti towbadha dhugumattis Muslimoota keessaa tokkodha."