Islaamaa seeni, asi tuqi
Islaama Al-Haq: Qur’aana fi Hadith
(Islaama dhugaa)



Mata duree - Akhlak dan Adab Akhlak Akhlak Buruk Melanggar janji

Bu’aan barbaacha aayata :
Walumaagalatti aayata : 20
27
Q.S Albaqaraa (2:27)

الَّذِيْنَ يَنْقُضُوْنَ عَهْدَ اللّٰهِ مِنْۢ بَعْدِ مِيْثَاقِهٖۖ وَيَقْطَعُوْنَ مَآ اَمَرَ اللّٰهُ بِهٖٓ اَنْ يُّوْصَلَ وَيُفْسِدُوْنَ فِى الْاَرْضِۗ اُولٰۤىِٕكَ هُمُ الْخٰسِرُوْنَ

allażīna yanquḍūna ‘ahdallāhi mim ba‘di mīṡāqih(ī), wa yaqṭa‘ūna mā amarallāhu bihī ay yūṣala wa yufsidūna fil-arḍ(i), ulā'ika humul-khāsirūn(a).

Warra kakuu Rabbii erga mirkanaa’ee booda cabsan, wanta Rabbiin itti makamuuf ajaje addaan kutanii, dachii irratti manca’iinsa facaasan. Kan kasaaraa ta'e isaanuma.


77
Q.S Aali Imraan (3:77)

اِنَّ الَّذِيْنَ يَشْتَرُوْنَ بِعَهْدِ اللّٰهِ وَاَيْمَانِهِمْ ثَمَنًا قَلِيْلًا اُولٰۤىِٕكَ لَا خَلَاقَ لَهُمْ فِى الْاٰخِرَةِ وَلَا يُكَلِّمُهُمُ اللّٰهُ وَلَا يَنْظُرُ اِلَيْهِمْ يَوْمَ الْقِيٰمَةِ وَلَا يُزَكِّيْهِمْ ۖ وَلَهُمْ عَذَابٌ اَلِيْمٌ

innal-lażīna yasytarūna bi‘ahdillāhi wa aimānihim ṡamanan qalīlan ulā'ika lā khalāqa lahum fil-ākhirati wa lā yukallimuhumullāhu wa lā yanẓuru ilaihim yaumal-qiyāmati wa lā yuzakkīhim, wa lahum ‘ażābun alīm(un).

Dhugumatti warri kakuu Rabbii fi kakaa isaanii gatii xiqqaadhaan daldalan Aakhiratti qooda hin qabaatan; Rabbiin isaanitti hin dubbatu, Guyyaa Qiyaamaas isaan hin ilaalu, isaan hin qulqulleessu. Isaanif adabbii nama dhukkubsudha.


82
Q.S Aali Imraan (3:82)

فَمَنْ تَوَلّٰى بَعْدَ ذٰلِكَ فَاُولٰۤىِٕكَ هُمُ الْفٰسِقُوْنَ

faman tawallā ba‘da żālika fa ulā'ika humul-fāsiqūn(a).

Kanaafuu namni sana booda garagalee, isaan jalloota ta’uu isaaniiti.


21
Q.S Annisaa’i (4:21)

وَكَيْفَ تَأْخُذُوْنَهٗ وَقَدْ اَفْضٰى بَعْضُكُمْ اِلٰى بَعْضٍ وَّاَخَذْنَ مِنْكُمْ مِّيْثَاقًا غَلِيْظًا

wa kaifa ta'khużūnahū wa qad afḍā ba‘ḍukum ilā ba‘ḍiw wa akhażna minkum mīṡāqan galīẓā(n).

Akkasumas akkamitti deebifta osoo walitti dhiyeenyaan (akka abbaa manaa fi haadha manaatti), isaanis (haadhotii manaa kee) kakuu cimaa (hidhata gaa’elaa) si irraa fudhatanii.


155
Q.S Annisaa’i (4:155)

فَبِمَا نَقْضِهِمْ مِّيْثَاقَهُمْ وَكُفْرِهِمْ بِاٰيٰتِ اللّٰهِ وَقَتْلِهِمُ الْاَنْۢبِيَاۤءَ بِغَيْرِ حَقٍّ وَّقَوْلِهِمْ قُلُوْبُنَا غُلْفٌ ۗ بَلْ طَبَعَ اللّٰهُ عَلَيْهَا بِكُفْرِهِمْ فَلَا يُؤْمِنُوْنَ اِلَّا قَلِيْلًاۖ

fabimā naqḍihim mīṡāqahum wa kufrihim bi'āyātillāhi wa qatlihimul-ambiyā'a bigairi ḥaqqiw wa qaulihim qulūbunā gulf(un), bal ṭaba‘allāhu ‘alaihā bikufrihim falā yu'minūna illā qalīlā(n).

Kanaafu (isaan adabne), kakuu waan cabsaniif, mallattoo Rabbiitti waan kafaraniif, akkasumas sababa sirrii (haqaa) malee nabiyyoota waan ajjeesaniif akkasumas "qalbiin keenya chaappaa qaba" jedhanii waan dubbataniif. Dhugumatti Rabbiin sababa kufrii isaaniitiin qalbii isaanii irratti chaappaa godheera, kanaaf isaan keessaa muraasni qofti kan amanu, .


13
Q.S Almaa’idaa (5:13)

فَبِمَا نَقْضِهِمْ مِّيْثَاقَهُمْ لَعَنّٰهُمْ وَجَعَلْنَا قُلُوْبَهُمْ قٰسِيَةً ۚ يُحَرِّفُوْنَ الْكَلِمَ عَنْ مَّوَاضِعِهٖۙ وَنَسُوْا حَظًّا مِّمَّا ذُكِّرُوْا بِهٖۚ وَلَا تَزَالُ تَطَّلِعُ عَلٰى خَاۤىِٕنَةٍ مِّنْهُمْ اِلَّا قَلِيْلًا مِّنْهُمْ ۖ فَاعْفُ عَنْهُمْ وَاصْفَحْ ۗاِنَّ اللّٰهَ يُحِبُّ الْمُحْسِنِيْنَ

fabimā naqḍihim mīṡāqahum la‘annāhum wa ja‘alnā qulūbahum qāsiyah(tan), yuḥarrifūnal-kalima ‘am mawāḍi‘ih(ī), wa nasū ḥaẓẓam mimmā żukkirū bih(ī), wa lā tazālu taṭṭali‘u ‘alā khā'inatim minhum illā qalīlam minhum fa‘fu ‘anhum waṣfaḥ, innallāha yuḥibbul-muḥsinīn(a).

(Garuu) waadaa isaanii waan cabsaniif, isaan abaarne, garaa isaaniis jabeessine. Jecha (Rabbii) bakka isii irraa jijjiiruu jaallatu, ergaawwan ittiin akeekkachiifaman tokko tokkos (itti yaadanii) dagatu. Ati (yaa Muhammad) garee xiqqaa isaan keessaa (kanneen hin ganne) malee gantummaa isaan irraa arguu itti fufta, kanaaf dhiifama isaaniif godhi dhiisi. Dhugumatti Rabbiin warra waan gaarii hojjatan ni jaalata.


102
Q.S Al-A’araaf (7:102)

وَمَا وَجَدْنَا لِاَكْثَرِهِمْ مِّنْ عَهْدٍۚ وَاِنْ وَّجَدْنَآ اَكْثَرَهُمْ لَفٰسِقِيْنَ

wa mā wajadnā li'akṡarihim min ‘ahd(in), wa iw wajadnā akṡarahum lafāsiqīn(a).

Irra caalaan isaanii immoo waadaa galan kan raawwatan hin argannu. Kanaa mannaa, wanti nuti arganne irra caalaan isaanii dhuguma namoota hamoo taʼuu isaaniiti.


135
Q.S Al-A’araaf (7:135)

فَلَمَّا كَشَفْنَا عَنْهُمُ الرِّجْزَ اِلٰٓى اَجَلٍ هُمْ بَالِغُوْهُ اِذَا هُمْ يَنْكُثُوْنَ

falammā kasyafnā ‘anhumur-rijza ilā ajalin hum bāligūhu iżā hum yankuṡūn(a).

Garuu adabbii hanga yeroo isaan raawwachuu qaban isaan irraa kaafnu waadaa isaanii cabsan.


169
Q.S Al-A’araaf (7:169)

فَخَلَفَ مِنْۢ بَعْدِهِمْ خَلْفٌ وَّرِثُوا الْكِتٰبَ يَأْخُذُوْنَ عَرَضَ هٰذَا الْاَدْنٰى وَيَقُوْلُوْنَ سَيُغْفَرُ لَنَاۚ وَاِنْ يَّأْتِهِمْ عَرَضٌ مِّثْلُهٗ يَأْخُذُوْهُۗ اَلَمْ يُؤْخَذْ عَلَيْهِمْ مِّيْثَاقُ الْكِتٰبِ اَنْ لَّا يَقُوْلُوْا عَلَى اللّٰهِ اِلَّا الْحَقَّ وَدَرَسُوْا مَا فِيْهِۗ وَالدَّارُ الْاٰخِرَةُ خَيْرٌ لِّلَّذِيْنَ يَتَّقُوْنَۗ اَفَلَا تَعْقِلُوْنَ

fa khalafa mim ba‘dihim khalfuw wariṡul-kitāba ya'khużūna ‘araḍa hāżal-adnā wa yaqūlūna sayugfaru lanā, wa iy ya'tihim ‘araḍum miṡluhū ya'khużūh(u), alam yu'khaż ‘alaihim mīṡāqul-kitābi allā yaqūlū ‘alallāhi illal-ḥaqqa wa darasū mā fīh(i), wad-dārul-ākhiratu khairul lil-lażīna yattaqūn(a), afalā ta‘qilūn(a).

Ergasii isaan booda dhaloonni Tawraatii dhaalee qabeenya gad-aanaa addunyaa kanaa fudhate dhufe. Ergasii "dhiifama nuuf godhama" jedhan. Wanti akka addunyaa kanaas yoo isaanitti dhufe isaanis ni fudhatu turan. Waa’ee Rabbii dhugaa malee waan tokko akka hin dubbanne kakuu Kitaaba (Tawreeta) keessatti hin hidhamnee, osoo wanta keessa jiru baratanillee? Warra Rabbiin sodaataniif bakki aakhiraa gaariidha. Egaa isin hin hubattanii?


56
Q.S Al-Anfaal (8:56)

الَّذِيْنَ عَاهَدْتَّ مِنْهُمْ ثُمَّ يَنْقُضُوْنَ عَهْدَهُمْ فِيْ كُلِّ مَرَّةٍ وَّهُمْ لَا يَتَّقُوْنَ

allażīna ‘āhatta minhum ṡumma yanquḍūna ‘ahdahum fī kulli marratiw wa hum lā yattaqūn(a).

(Jechuun), Warri kakuu isin waliin hidhaman, garuu yeroo waadaa galan hundatti waadaa isaanii ni cabsu, (Rabbiin) hin sodaatan.


12
Q.S Attawbaa (9:12)

وَاِنْ نَّكَثُوْٓا اَيْمَانَهُمْ مِّنْۢ بَعْدِ عَهْدِهِمْ وَطَعَنُوْا فِيْ دِيْنِكُمْ فَقَاتِلُوْٓا اَىِٕمَّةَ الْكُفْرِۙ اِنَّهُمْ لَآ اَيْمَانَ لَهُمْ لَعَلَّهُمْ يَنْتَهُوْنَ

wa in nakaṡū aimānahum mim ba‘di ‘ahdihim wa ṭa‘anū fī dīnikum fa qātilū a'immatal-kufr(i), innahum lā aimāna lahum la‘allahum yantahūn(a).

Waliigaltee booda kakaa isaanii yoo cabsan, amantii kee yoo arrabsan immoo geggeessitoota kaafiroota sana lola. Dhugaa dubbachuuf namoota waadaa isaanii eeggachuu hin dandeenyedha, akka dhaabbatan abdii qabna.


13
Q.S Attawbaa (9:13)

اَلَا تُقَاتِلُوْنَ قَوْمًا نَّكَثُوْٓا اَيْمَانَهُمْ وَهَمُّوْا بِاِخْرَاجِ الرَّسُوْلِ وَهُمْ بَدَءُوْكُمْ اَوَّلَ مَرَّةٍۗ اَتَخْشَوْنَهُمْ ۚفَاللّٰهُ اَحَقُّ اَنْ تَخْشَوْهُ اِنْ كُنْتُمْ مُّؤْمِنِيْنَ

alā tuqātilūna qauman nakaṡū aimānahum wa hammū bi'ikhrājir-rasūli wa hum bada'ūkum awwala marrah(tin), atakhsyaunahum, fallāhu aḥaqqu an takhsyauhu in kuntum mu'minīn(a).

Warra kakaa (waadaa isaanii diiganii), Ergamaa ari'uuf karoorfatan, fi warra jalqaba isin lolan maaliif hin loltan? Isaan sodaattuu, osoo mu’mintoota taanaan, kan sodaachuu caalaa mirga qabdan Rabbii ta’ee?


77
Q.S Attawbaa (9:77)

فَاَعْقَبَهُمْ نِفَاقًا فِيْ قُلُوْبِهِمْ اِلٰى يَوْمِ يَلْقَوْنَهٗ بِمَآ اَخْلَفُوا اللّٰهَ مَا وَعَدُوْهُ وَبِمَا كَانُوْا يَكْذِبُوْنَ

fa a‘qabahum nifāqan fī qulūbihim ilā yaumi yalqaunahū bimā akhlafullāha mā wa‘adūhu wa bimā kānū yakżibūn(a).

Kanaaf Rabbiin hanga guyyaa isa qunnamanitti, waadaa isatti galan waan cabsaniif, dur soba waan turaniif, onnee isaanii keessatti munaafiqummaa dhaabe.


25
Q.S Arra’ad (13:25)

وَالَّذِيْنَ يَنْقُضُوْنَ عَهْدَ اللّٰهِ مِنْ ۢ بَعْدِ مِيْثَاقِهٖ وَيَقْطَعُوْنَ مَآ اَمَرَ اللّٰهُ بِهٖٓ اَنْ يُّوْصَلَ وَيُفْسِدُوْنَ فِى الْاَرْضِۙ اُولٰۤىِٕكَ لَهُمُ اللَّعْنَةُ وَلَهُمْ سُوْۤءُ الدَّارِ

wal-lażīna yanquḍūna ‘ahdallāhi mim ba‘di mīṡāqihī wa yaqṭa‘ūna mā amarallāhu bihī ay yūṣala wa yufsidūna fil-arḍ(i), ulā'ika lahumul-la‘natu wa lahum sū'ud-dār(i).

Warri kakuu Rabbii erga tolfame booda diiganii, wanta Rabbiin itti makamuuf ajaje addaan kutan, dachii irrattis badii hojjatan, isaanif abaarsi fi bakki hamaan (Jhannam) ta’a.


91
Q.S Annahl (16:91)

وَاَوْفُوْا بِعَهْدِ اللّٰهِ اِذَا عَاهَدْتُّمْ وَلَا تَنْقُضُوا الْاَيْمَانَ بَعْدَ تَوْكِيْدِهَا وَقَدْ جَعَلْتُمُ اللّٰهَ عَلَيْكُمْ كَفِيْلًا ۗاِنَّ اللّٰهَ يَعْلَمُ مَا تَفْعَلُوْنَ

wa aufū bi‘ahdillāhi iżā ‘āhattum wa lā tanquḍul-aimāna ba‘da taukīdihā wa qad ja‘altumullāha ‘alaikum kafīlā(n), innallāha ya‘lamu mā taf‘alūn(a).

Akkasumas waadaa Rabbiif galte eegi yeroo waadaa galtu malee kakaa hin cabsin, erga waadaan seenamee booda, osoo Rabbiin ragaa kee (kaakaa sanaa) gootee jirta. Dhugumatti Rabbiin waan isin hojjattan ni beeka.


92
Q.S Annahl (16:92)

وَلَا تَكُوْنُوْا كَالَّتِيْ نَقَضَتْ غَزْلَهَا مِنْۢ بَعْدِ قُوَّةٍ اَنْكَاثًاۗ تَتَّخِذُوْنَ اَيْمَانَكُمْ دَخَلًا ۢ بَيْنَكُمْ اَنْ تَكُوْنَ اُمَّةٌ هِيَ اَرْبٰى مِنْ اُمَّةٍ ۗاِنَّمَا يَبْلُوْكُمُ اللّٰهُ بِهٖۗ وَلَيُبَيِّنَنَّ لَكُمْ يَوْمَ الْقِيٰمَةِ مَا كُنْتُمْ فِيْهِ تَخْتَلِفُوْنَ

wa lā takūnū kal-latī naqaḍat gazlahā mim ba‘di quwwatin ankāṡā(n), tattakhiżūna aimānakum dakhalam bainakum an takūna ummatun hiya arbā min ummah(tin), innamā yablūkumullāhu bih(ī), wa layubayyinanna lakum yaumal-qiyāmati mā kuntum fīhi takhtalifūn(a).

Akkasumas akka dubartii funyoo ishee cimsitee fixee akka deebitee bittinnaa'u hiiktu hin ta'inaa. Kaka (waliigaltee) keessan meeshaa gowwoomsaa of gidduutti gootan, sababni isaas gareen tokko garee isa kaan caalaa baay’ee waan jiruuf. Rabbiin sana qofaan isin qorachaa jira, dhugumatti guyyaa qiyaamaa waan kanaan dura falmitan isiniif ibsa.


94
Q.S Annahl (16:94)

وَلَا تَتَّخِذُوْٓا اَيْمَانَكُمْ دَخَلًا ۢ بَيْنَكُمْ فَتَزِلَّ قَدَمٌۢ بَعْدَ ثُبُوْتِهَا وَتَذُوْقُوا السُّوْۤءَ بِمَا صَدَدْتُّمْ عَنْ سَبِيْلِ اللّٰهِ ۚوَلَكُمْ عَذَابٌ عَظِيْمٌ

wa lā tattakhiżū aimānakum dakhalam bainakum fa tazilla qadamum ba‘da ṡubūtihā wa tażūqus-sū'a bimā ṣadattum ‘an sabīlillāh(i), wa lakum ‘ażābun ‘aẓīm(un).

Akkasumas kakaa keessan meeshaa gowwoomsaa isin gidduutti hin godhinaa, kunis miilli (keessan) erga jabaatee jabaatee booda akka siqxu godhu, karaa Rabbii irraa (nama) waan gufachiiftaniif badii (dunyaa irratti) isin mudata, adabbii guddaa isin mudata.


95
Q.S Annahl (16:95)

وَلَا تَشْتَرُوْا بِعَهْدِ اللّٰهِ ثَمَنًا قَلِيْلًاۗ اِنَّمَا عِنْدَ اللّٰهِ هُوَ خَيْرٌ لَّكُمْ اِنْ كُنْتُمْ تَعْلَمُوْنَ

wa lā tasytarū bi‘ahdillāhi ṡamanan qalīlā(n), innamā ‘indallāhi huwa khairul lakum in kuntum ta‘lamūn(a).

Akkasumas kakuu (Rabbii wajjin) gatii salphaadhaan hin gurgurinaa, dhugumatti wanti Rabbiin bira jiru osoo beektanii qofa siif wayya.


50
Q.S Azzukhruf (43:50)

فَلَمَّا كَشَفْنَا عَنْهُمُ الْعَذَابَ اِذَا هُمْ يَنْكُثُوْنَ

falammā kasyafnā ‘anhumul-‘ażāba iżā hum yankuṡūn(a).

Kanaafu gaafa adabbii isaan irraa kaafnu battalumatti waadaa isaanii cabsan.


10
Q.S Alfath (48:10)

اِنَّ الَّذِيْنَ يُبَايِعُوْنَكَ اِنَّمَا يُبَايِعُوْنَ اللّٰهَ ۗيَدُ اللّٰهِ فَوْقَ اَيْدِيْهِمْ ۚ فَمَنْ نَّكَثَ فَاِنَّمَا يَنْكُثُ عَلٰى نَفْسِهٖۚ وَمَنْ اَوْفٰى بِمَا عٰهَدَ عَلَيْهُ اللّٰهَ فَسَيُؤْتِيْهِ اَجْرًا عَظِيْمًا ࣖ

innal-lażīna yubāyi‘ūnaka innamā yubāyi‘ūnallāh(a), yadullāhi fauqa aidīhim, faman nakaṡa fa'innamā yankuṡu ‘alā nafsih(ī), wa man aufā bimā ‘āhada ‘alaihullāha fa sayu'tīhi ajran ‘aẓīmā(n).

Akka warri siif (Muhammad) waadaa seenan, dhugaa dubbachuuf isaan Rabbiif qofa waadaa galan. Harki Rabbii harka isaanii irra jira, kanaaf namni waadaa cabse, egaa dhugumatti kan (waadaa) isaa cabsa; namni waadaa Rabbiif gale eege mindaa guddaa isaaf kenna.