وَالَّذِيْنَ هُمْ عَنِ اللَّغْوِ مُعْرِضُوْنَ ۙ
wal-lażīna hum anil-lagwi muriḍūn(a).
akkasumas warra faayidaa hin qabne (gochaa fi dubbii) irraa of qusatan, .
وَمِنَ النَّاسِ مَنْ يَّشْتَرِيْ لَهْوَ الْحَدِيْثِ لِيُضِلَّ عَنْ سَبِيْلِ اللّٰهِ بِغَيْرِ عِلْمٍۖ وَّيَتَّخِذَهَا هُزُوًاۗ اُولٰۤىِٕكَ لَهُمْ عَذَابٌ مُّهِيْنٌ
wa minan-nāsi may yasytarī lahwal-ḥadīṡi liyuḍilla ‘an sabīlillāhi bigairi ‘ilmiw wa yattakhiżahā huzuwā(n), ulā'ika lahum ‘ażābum muhīn(un).
Ilma namaa keessaa immoo warri dubbii hojii malee fayyadamuun karaa Rabbii beekumsa malee (namoota) karaa Rabbii irraa jallisuu fi itti qoosan ni jiru. Adabbii salphina ni qabaatu.
لَّا تَسْمَعُ فِيْهَا لَاغِيَةً ۗ
lā tasama‘u fīhā lāgiyah(tan).
achitti (ati) jechoota faayidaa hin qabne hin dhageenye.