Islaamaa seeni, asi tuqi
Islaama Al-Haq: Qur’aana fi Hadith
(Islaama dhugaa)



Mata duree - Akhlak dan Adab Akhlak Akhlak Buruk Curang

Bu’aan barbaacha aayata :
Walumaagalatti aayata : 4
152
Q.S Al-An’aam (6:152)

وَلَا تَقْرَبُوْا مَالَ الْيَتِيْمِ اِلَّا بِالَّتِيْ هِيَ اَحْسَنُ حَتّٰى يَبْلُغَ اَشُدَّهٗ ۚوَاَوْفُوا الْكَيْلَ وَالْمِيْزَانَ بِالْقِسْطِۚ لَا نُكَلِّفُ نَفْسًا اِلَّا وُسْعَهَاۚ وَاِذَا قُلْتُمْ فَاعْدِلُوْا وَلَوْ كَانَ ذَا قُرْبٰىۚ وَبِعَهْدِ اللّٰهِ اَوْفُوْاۗ ذٰلِكُمْ وَصّٰىكُمْ بِهٖ لَعَلَّكُمْ تَذَكَّرُوْنَۙ

wa lā taqrabū mālal-yatīmi illā bil-latī hiya aḥsanu ḥattā yabluga asyuddah(ū), wa auful-kaila wal-mīzāna bil-qisṭ(i), lā nukallifu nafsan illā wus‘ahā, wa iżā qultum fa‘dilū wa lau kāna żā qurbā, wa bi‘ahdillāhi aufū, żālikum waṣṣākum bihī la‘allakum tażakkarūn(a).

Akkasumas qabeenya yatiima tokkootti hin dhiyaatinaa, karaa caalaatti faayidaa qabuun malee, hanga inni (umrii) ga’eessummaa ga’utti. Safartuuwwanii fi madaalliiwwan immoo haqaan fiixaan baasu. Akka dandeettii isaatti nama irratti ba’aa hin baafnu. Yommuu dubbattu fira (kee) yoo ta’ellee amanamummaadhaan dubbadhu waadaa Rabbii raawwadhu. Akkasitti akka yaadattan isin ajaja.”


1
Q.S Almutaffifiin (83:1)

وَيْلٌ لِّلْمُطَفِّفِيْنَۙ

wailul lil-muṭaffifīn(a).

Wayyoo warra gowwoomsan (safaruu fi madaaluu keessatti)!


2
Q.S Almutaffifiin (83:2)

الَّذِيْنَ اِذَا اكْتَالُوْا عَلَى النَّاسِ يَسْتَوْفُوْنَۖ

allażīna iżaktālū ‘alan-nāsi yastaufūn(a).

(Jechuun) namoota doosiin nama biraa irraa yeroo argatan akka guutamu gaafatan, .


3
Q.S Almutaffifiin (83:3)

وَاِذَا كَالُوْهُمْ اَوْ وَّزَنُوْهُمْ يُخْسِرُوْنَۗ

wa iżā kālūhum au wazanūhum yukhsirūn(a).

akkasumas yeroo safaran ykn madaalan (warra kaaniif) hir’isu.