99
Q.S Al-Mu’uminuun (23:99)
حَتّٰىٓ اِذَا جَاۤءَ اَحَدَهُمُ الْمَوْتُ قَالَ رَبِّ ارْجِعُوْنِ ۙ
Ḥattā iżā jā'a aḥadahumul-mautu qāla rabbirji‘ūn(i).
(Haalli warra kaafiraa akkas), hanga yeroo duuti isaan keessaa tokkotti dhuftutti, "Yaa Rabbii kiyya na deebisi (gara addunyaatti) jedha, .
100
Q.S Al-Mu’uminuun (23:100)
لَعَلِّيْٓ اَعْمَلُ صَالِحًا فِيْمَا تَرَكْتُ كَلَّا ۗاِنَّهَا كَلِمَةٌ هُوَ قَاۤىِٕلُهَاۗ وَمِنْ وَّرَاۤىِٕهِمْ بَرْزَخٌ اِلٰى يَوْمِ يُبْعَثُوْنَ
la‘allī a‘malu ṣāliḥan fīmā taraktu kallā, innahā kalimatun huwa qā'iluhā, wa miw warā'ihim barzakhun ilā yaumi yub‘aṡūn(a).
akkan hojii gaariin dhiisee deeme hojjedhu.” Dhugaadha miti Dhugaa dubbachuuf sun sababa inni jedhe qofaadha Isaan duras hanga guyyaa du'aa ka'anitti barzakh jira.