24
Q.S Almaa’idaa (5:24)
قَالُوْا يٰمُوْسٰٓى اِنَّا لَنْ نَّدْخُلَهَآ اَبَدًا مَّا دَامُوْا فِيْهَا ۖفَاذْهَبْ اَنْتَ وَرَبُّكَ فَقَاتِلَآ اِنَّا هٰهُنَا قٰعِدُوْنَ
qālū yā mūsā innā lan nadkhulahā abadam mā dāmū fīhā, fażhab anta wa rabbuka fa qātilā innā hāhunā qā‘idūn(a).
Isaanis "Yaa Muusaa! Hanga isaan keessa jiranitti gonkumaa itti hin seennu, kanaaf Gooftaa kee waliin deemi, lamaan keessan lolaa. Asitti qofa haa hafnu (eegaa)" jedhan.