Islaamaa seeni, asi tuqi
Islaama Al-Haq: Qur’aana fi Hadith
(Islaama dhugaa)



Mata duree - Bersuci Mandi (ghusl) Yang Diharamkan dan Diperbolehkan bagi Orang yang junub Hukum Menyentuh dan Membawa Alquran

Bu’aan barbaacha aayata :
Walumaagalatti aayata : 2
78
Q.S Alwaaqi’ah (56:78)

فِيْ كِتٰبٍ مَّكْنُوْنٍۙ

fī kitābim maknūn(in).

Kitaaba eegame keessatti (Lauh Mahfuzh), .


79
Q.S Alwaaqi’ah (56:79)

لَّا يَمَسُّهٗٓ اِلَّا الْمُطَهَّرُوْنَۗ

lā yamassuhū illal-muṭahharūn(a).

gabroota qulqullaa’an malee namni isa tuqu hin jiru.