Islaamaa seeni, asi tuqi
Islaama Al-Haq: Qur’aana fi Hadith
(Islaama dhugaa)



Mata duree - 6 Rukun Iman Hari Kiamat (rukun iman no.5) Syafaat Rahmat Allah yang lebih besar dari dosa-dosa manusia

Bu’aan barbaacha aayata :
Walumaagalatti aayata : 3
110
Q.S Annisaa’i (4:110)

وَمَنْ يَّعْمَلْ سُوْۤءًا اَوْ يَظْلِمْ نَفْسَهٗ ثُمَّ يَسْتَغْفِرِ اللّٰهَ يَجِدِ اللّٰهَ غَفُوْرًا رَّحِيْمًا

wa may ya‘mal sū'an au yaẓlim nafsahū ṡumma yastagfirillāha yajidillāha gafūrar raḥīmā(n).

Namni yakka hojjatee of balleesse, ergasii Rabbiin araarama kadhate, Rabbiin Araaramaa, Rahmata godhu argachuun isaa hin oolu.


70
Q.S Alfurqaan (25:70)

اِلَّا مَنْ تَابَ وَاٰمَنَ وَعَمِلَ عَمَلًا صَالِحًا فَاُولٰۤىِٕكَ يُبَدِّلُ اللّٰهُ سَيِّاٰتِهِمْ حَسَنٰتٍۗ وَكَانَ اللّٰهُ غَفُوْرًا رَّحِيْمًا

illā man tāba wa āmana wa ‘amila ‘amalan ṣāliḥan fa ulā'ika yubaddilullāhu sayyi'ātihim ḥasanāt(in), wa kānallāhu gafūrar raḥīmā(n).

warra towbaa fi amananii fi hojii gaarii hojjetan malee; sana booda Rabbiin badii isaanii toltuun bakka buuse. Rabbiin Araaramaa, Rahmata godhudha.


53
Q.S Azzumar (39:53)

۞ قُلْ يٰعِبَادِيَ الَّذِيْنَ اَسْرَفُوْا عَلٰٓى اَنْفُسِهِمْ لَا تَقْنَطُوْا مِنْ رَّحْمَةِ اللّٰهِ ۗاِنَّ اللّٰهَ يَغْفِرُ الذُّنُوْبَ جَمِيْعًا ۗاِنَّهٗ هُوَ الْغَفُوْرُ الرَّحِيْمُ

qul yā ‘ibādiyal-lażīna asrafū ‘alā anfusihim lā taqnaṭū mir raḥmatillāh(i), innallāha yagfiruż-żunūba jamī‘ā(n), innahū huwal-gafūrur-raḥīm(u).

Akkana jedhi "yaa gabroota kiyya warri daangaa ofii irra darban! Rahmata Rabbii irraa abdii hin kutatinaa. Dhugumatti Rabbiin cubbuu nama hundaa ni araarama. Dhugumatti Inni hundarra araaramaa, rahmata godhaadha."