Islaamaa seeni, asi tuqi
Islaama Al-Haq: Qur’aana fi Hadith
(Islaama dhugaa)



Mata duree - 6 Rukun Iman Hari Kiamat (rukun iman no.5) Syafaat Syafaat orang beriman

Bu’aan barbaacha aayata :
Walumaagalatti aayata : 2
87
Q.S Maryam (19:87)

لَا يَمْلِكُوْنَ الشَّفَاعَةَ اِلَّا مَنِ اتَّخَذَ عِنْدَ الرَّحْمٰنِ عَهْدًا ۘ

lā yamlikūnasy-syafā‘ata illā manittakhaża ‘indar-raḥmāni ‘ahdā(n).

Warra (Rabbii) rahmata godhaa wajjin kakuu seenan malee, mirga shafa’aa (gargaaru) hin qaban.


86
Q.S Azzukhruf (43:86)

وَلَا يَمْلِكُ الَّذِيْنَ يَدْعُوْنَ مِنْ دُوْنِهِ الشَّفَاعَةَ اِلَّا مَنْ شَهِدَ بِالْحَقِّ وَهُمْ يَعْلَمُوْنَ

wa lā yamlikul-lażīna yad‘ūna min dūnihisy-syafā‘ata illā man syahida bil-ḥaqqi wa hum ya‘lamūn(a).

Warri Rabbiin ala waamanis shafa’aa hin argatan (jireenya boodaa keessatti gargaarsa); warra dhugaa (tawhida) beekanii itti amanan malee.