188
Q.S Al-A’araaf (7:188)
قُلْ لَّآ اَمْلِكُ لِنَفْسِيْ نَفْعًا وَّلَا ضَرًّا اِلَّا مَا شَاۤءَ اللّٰهُ ۗوَلَوْ كُنْتُ اَعْلَمُ الْغَيْبَ لَاسْتَكْثَرْتُ مِنَ الْخَيْرِۛ وَمَا مَسَّنِيَ السُّوْۤءُ ۛاِنْ اَنَا۠ اِلَّا نَذِيْرٌ وَّبَشِيْرٌ لِّقَوْمٍ يُّؤْمِنُوْنَ ࣖ
qul lā amliku linafsī naf‘aw wa lā ḍarran illā mā syā'allāh(u), wa lau kuntu a‘lamul gaiba-lastakṡartu minal-khair(i) - wa mā massaniyas-sū'(u) - in ana illā nażīruw wa basyīrul liqaumiy yu'minūn(a).
Jedhi (Muhammad), "Ani waan Rabbiin fedhe malee bu'aa fiduu ykn miidhaa ofirraa ittisuuf humna hin qabu. Osoon waan hin mul'anne beekee hamma danda'ametti tola nan hojjedha miidhaan tokkollee narra hin gahu ture. Ani akeekkachiisaa qofa, warra amananiif immoo oduu gammachiisaa baateedha."