مَاكَانَ لِنَبِيٍّ اَنْ يَّكُوْنَ لَهٗٓ اَسْرٰى حَتّٰى يُثْخِنَ فِى الْاَرْضِۗ تُرِيْدُوْنَ عَرَضَ الدُّنْيَاۖ وَاللّٰهُ يُرِيْدُ الْاٰخِرَةَۗ وَاللّٰهُ عَزِيْزٌحَكِيْمٌ
mā kāna linabiyyin ay yakūna lahū asrā ḥattā yuṡkhina fil-arḍ(i), turīdūna ‘araḍad-dun-yā, wallāhu yurīdul-ākhirah(ta), wallāhu ‘azīzun ḥakīm(un).
Raajiin tokko diinota isaa lafarra jiran naafa gochuu isaa dura hidhamtoota qabaachuun isaa sirrii hin ta’u. Qabeenya addunyaa hawwitu osoo Rabbiin jireenya boodaatti (siniif) kajeelu. Rabbiin hunda danda'aa, beekaadha.
لَوْلَاكِتٰبٌ مِّنَ اللّٰهِ سَبَقَ لَمَسَّكُمْ فِيْمَآ اَخَذْتُمْ عَذَابٌ عَظِيْمٌ
lau lā kitābum minallāhi sabaqa lamassakum fīmā akhażtum ‘ażābun ‘aẓīm(un).
Osoo kanaan dura Rabbiin irraa murteen hin jiraatin silaa sababa (furii) fudhatteen azaaba guddaatu si rukutama ture.
يٰٓاَيُّهَا النَّبِيُّ قُلْ لِّمَنْ فِيْٓ اَيْدِيْكُمْ مِّنَ الْاَسْرٰٓىۙ اِنْ يَّعْلَمِ اللّٰهُ فِيْ قُلُوْبِكُمْ خَيْرًا يُّؤْتِكُمْ خَيْرًا مِّمَّآ اُخِذَ مِنْكُمْ وَيَغْفِرْ لَكُمْۗ وَاللّٰهُ غَفُوْرٌ رَّحِيْمٌ ࣖ
yā ayyuhan-nabiyyu qul liman fī aidīkum minal-asrā, iy ya‘lamillāhu fī qulūbikum khairay yu'tikum khairam mimmā ukhiża minkum wa yagfir lakum, wallāhu gafūrur raḥīm(un).
Yaa Rasuula (Muhammad)! Booji'amtoota waraanaa harka keessan keessa jiraniin "Osoo Rabbiin qalbii keessan keessa gaarummaan akka jiru beekee, wanta isin irraa fudhatame caalaa waan caalu isiniif kennee isiniif araarama" jedhi. Rabbiin Araaramaa, Rahmata godhudha.