اِلَّا تَنْصُرُوْهُ فَقَدْ نَصَرَهُ اللّٰهُ اِذْ اَخْرَجَهُ الَّذِيْنَ كَفَرُوْا ثَانِيَ اثْنَيْنِ اِذْ هُمَا فِى الْغَارِ اِذْ يَقُوْلُ لِصَاحِبِهٖ لَا تَحْزَنْ اِنَّ اللّٰهَ مَعَنَاۚ فَاَنْزَلَ اللّٰهُ سَكِيْنَتَهٗ عَلَيْهِ وَاَيَّدَهٗ بِجُنُوْدٍ لَّمْ تَرَوْهَا وَجَعَلَ كَلِمَةَ الَّذِيْنَ كَفَرُوا السُّفْلٰىۗ وَكَلِمَةُ اللّٰهِ هِيَ الْعُلْيَاۗ وَاللّٰهُ عَزِيْزٌ حَكِيْمٌ
illā tanṣurūhu faqad naṣarahullāhu iż akhrajahul-lażīna kafarū ṡāniyaṡnaini iż humā fil-gāri iż yaqūlu liṣāḥibihī lā taḥzan innallāha ma‘anā, fa anzalallāhu sakīnatahū ‘alaihi wa ayyadahū bijunūdil lam tarauhā wa ja‘ala kalimatal-lażīna kafarus-suflā, wa kalimatullāhi hiyal-‘ulyā, wallāhu ‘azīzun ḥakīm(un).
Osoo isa (Muhammad) hin gargaarre ta’ee, dhugumatti Rabbiin isa gargaara ture (jechuun) yeroo kaafiroonni (Makkaa) isa ari’an; yeroo lamaan isaanii holqa keessa turan namoota lama keessaa tokko ta'ee osoo jiruu, yeroo sanatti hiriyyaa isaatiin "Hin gaddiin dhuguma Rabbiin nu waliin jira" jedhe. Kanaafu Rabbiin nagaa isaaf (Muhammad) buusee waraana (malaayikaa) isin hin argiin gargaare, waamicha kaafirootaas gadi buuse. Kan ol’aanaa ta’es dubbii Rabbiiti. Rabbiin hunda danda'aa, beekaadha.