هُنَالِكَ دَعَا زَكَرِيَّا رَبَّهٗ ۚ قَالَ رَبِّ هَبْ لِيْ مِنْ لَّدُنْكَ ذُرِّيَّةً طَيِّبَةً ۚ اِنَّكَ سَمِيْعُ الدُّعَاۤءِ
hunālika da‘ā zakariyyā rabbahū qāla rabbi hab lī mil ladunka żurriyyatan ṭayyibah(tan), innaka samī‘ud-du‘ā'(i).
Zakaariyaan Waaqa isaa kan kadhate achitti ture. Innis "yaa Gooftaa koo gama kee irraa sanyii gaarii naaf kenni, dhugumatti ati dhaga'aa kadhannaati" jedhe.
اِذْ نَادٰى رَبَّهٗ نِدَاۤءً خَفِيًّا
iż nādā rabbahū nidā'an khafiyyā(n).
(jechuun) yeroo sagalee lallaafaadhaan Rabbii isaa kadhatu.
قَالَ رَبِّ اِنِّيْ وَهَنَ الْعَظْمُ مِنِّيْ وَاشْتَعَلَ الرَّأْسُ شَيْبًا وَّلَمْ اَكُنْۢ بِدُعَاۤىِٕكَ رَبِّ شَقِيًّا
qāla rabbi innī wahanal-‘aẓmu minnī wasyta‘alar-ra'su syaibaw wa lam akum bidu‘ā'ika rabbi syaqiyyā(n).
Innis (Zakariyaan) akkana jedhe, “Yaa Rabbii kiyya, dhugumatti lafeen kiyya dadhabee mataan kiyya rifeensa halluu diimaatiin guutameera, yaa Rabbii kiyya Si kadhachuu kootti mufadhee hin beeku.
وَاِنِّيْ خِفْتُ الْمَوَالِيَ مِنْ وَّرَاۤءِيْ وَكَانَتِ امْرَاَتِيْ عَاقِرًا فَهَبْ لِيْ مِنْ لَّدُنْكَ وَلِيًّا ۙ
wa innī khiftul-mawāliya miw warā'ī wa kānatimra'atī ‘āqiran fahab lī mil ladunka waliyyā(n).
Dhugumattis, du’a koo booda waa’ee firoota koo nan yaadda’a, haati manaa koos dhala hin qabdu, kanaaf mucaa gama kee irraa naaf kenni, .
يَّرِثُنِيْ وَيَرِثُ مِنْ اٰلِ يَعْقُوْبَ وَاجْعَلْهُ رَبِّ رَضِيًّا
yariṡunī wa yariṡu min āli ya‘qūba waj‘alhu rabbi raḍiyyā(n).
inni ana dhaala, mana Yaaqoob irraas in dhaala; yaa Gooftaa koos eebbifamaa isa godhi."
وَزَكَرِيَّآ اِذْ نَادٰى رَبَّهٗ رَبِّ لَا تَذَرْنِيْ فَرْدًا وَّاَنْتَ خَيْرُ الْوٰرِثِيْنَ ۚ
wa zakariyyā iż nādā rabbahū rabbi lā tażarnī fardaw wa anta khairul-wāriṡīn(a).
Akkasumas (seenaa) Zakaariyaas, "yaa waaqa koo kophaa koo (ijoollee malee) akkan jiraadhu naaf hin heyyamiin ati dhaaltuu hunda caaludha" jedhee yeroo kadhate.