لَا يُكَلِّفُ اللّٰهُ نَفْسًا اِلَّا وُسْعَهَا ۗ لَهَا مَا كَسَبَتْ وَعَلَيْهَا مَا اكْتَسَبَتْ ۗ رَبَّنَا لَا تُؤَاخِذْنَآ اِنْ نَّسِيْنَآ اَوْ اَخْطَأْنَا ۚ رَبَّنَا وَلَا تَحْمِلْ عَلَيْنَآ اِصْرًا كَمَا حَمَلْتَهٗ عَلَى الَّذِيْنَ مِنْ قَبْلِنَا ۚ رَبَّنَا وَلَا تُحَمِّلْنَا مَا لَا طَاقَةَ لَنَا بِهٖۚ وَاعْفُ عَنَّاۗ وَاغْفِرْ لَنَاۗ وَارْحَمْنَا ۗ اَنْتَ مَوْلٰىنَا فَانْصُرْنَا عَلَى الْقَوْمِ الْكٰفِرِيْنَ ࣖ
lā yukallifullāhu nafsan illā wus‘ahā, lahā mā kasabat wa ‘alaihā maktasabat, rabbanā lā tu'ākhiżnā in nasīnā au akhṭa'nā, rabbanā wa lā taḥmil ‘alainā iṣran kamā ḥamaltahū ‘alal-lażīna min qablinā, rabbanā wa lā tuḥammilnā mā lā ṭāqata lanā bih(ī), wa‘fu ‘annā, wagfir lanā, warḥamnā, anta maulānā fanṣurnā ‘alal qaumil-kāfirīn(a).
Rabbiin akka dandeettii isaatti malee namatti hin ba’u. Inni (safuu) hojjatu irraa (mindaa) argata (badii) hojjatu irraas (azaaraan) argata. (Kadhatan), "Yaa Gooftaa keenya yoo daganne ykn dogoggorre nu hin adabin. Yaa Gooftaa keenya akkuma warra nu duraa irratti fe'atte ba'aa ulfaataa nutti hin ba'iin. Yaa Gooftaa keenya waan nuti baachuu hin dandeenye nuuf hin kennin. Dhiifama nuuf godhi, dhiifama nuuf godhi, nuuf araarami. Ati tiksaa keenya waan ta'eef, kaafiroota fuuldura keenyatti nu gargaari."