19
Q.S Alhaaqqah (69:19)
فَاَمَّا مَنْ اُوْتِيَ كِتٰبَهٗ بِيَمِيْنِهٖ فَيَقُوْلُ هَاۤؤُمُ اقْرَءُوْا كِتٰبِيَهْۚ
fa ammā man ūtiya kitābahū biyamīnihī fa yaqūlu hā'umuqra'ū kitābiyah.
Nama kitaabni isaa harka mirgaatiin kennameef "fudhadhu, kitaaba koo (kana) dubbisi" jedhe.