10

Q.S Alhaaqqah (69:10)

فَعَصَوْا رَسُوْلَ رَبِّهِمْ فَاَخَذَهُمْ اَخْذَةً رَّابِيَةً

fa ‘aṣau rasūla rabbihim fa akhażahum akhżatar rābiyah(tan).

Kanaaf Ergamaa Gooftaa isaaniif ajajamuu didan, Rabbiin adabbii baay’ee cimaa isaan jala galche.