84
Q.S Ghaafir (40:84)
فَلَمَّا رَاَوْا بَأْسَنَاۗ قَالُوْٓا اٰمَنَّا بِاللّٰهِ وَحْدَهٗ وَكَفَرْنَا بِمَا كُنَّا بِهٖ مُشْرِكِيْنَ
falammā ra'au ba'sanā qālū āmannā billāhi waḥdahū wa kafarnā bimā kunnā bihī musyrikīn(a).
Kanaafu azaaba Keenya yommuu argan "Nuti Rabbiin qofatti amanna, ibaadaa Rabbiin waliin goonettis ni kafarra" jedhan.