83

Q.S Ghaafir (40:83)

فَلَمَّا جَاۤءَتْهُمْ رُسُلُهُمْ بِالْبَيِّنٰتِ فَرِحُوْا بِمَا عِنْدَهُمْ مِّنَ الْعِلْمِ وَحَاقَ بِهِمْ مَّا كَانُوْا بِهٖ يَسْتَهْزِءُوْنَ

falammā jā'athum rusuluhum bil-bayyināti fariḥū bimā ‘indahum minal-‘ilmi wa ḥāqa bihim mā kānū bihī yastahzi'ūn(a).

Egaa ergamoonni ragaa ifa ta’e qabatanii yommuu gara isaanii dhufan beekumsa qabanitti gammadanii (adabbii) kanaan dura itti qoosaa turaniin marfamaniiru.