48
Q.S Ghaafir (40:48)
قَالَ الَّذِيْنَ اسْتَكْبَرُوْٓا اِنَّا كُلٌّ فِيْهَآ اِنَّ اللّٰهَ قَدْ حَكَمَ بَيْنَ الْعِبَادِ
qālal-lażīnastakbarū innā kullun fīhā innallāha qad ḥakama bainal-‘ibād(i).
Ummanni of tuuloon “Dhugumatti, hundi keenya Jahannam keessatti wal qixa, Rabbiin gabroota Isaa jidduutti waan murteesseef” ni jedhu.