47
Q.S Ghaafir (40:47)
وَاِذْ يَتَحَاۤجُّوْنَ فِى النَّارِ فَيَقُوْلُ الضُّعَفٰۤؤُا لِلَّذِيْنَ اسْتَكْبَرُوْٓا اِنَّا كُنَّا لَكُمْ تَبَعًا فَهَلْ اَنْتُمْ مُّغْنُوْنَ عَنَّا نَصِيْبًا مِّنَ النَّارِ
wa iż yataḥājjūna fin-nāri fayaqūluḍ-ḍu‘afā'u lil-lażīnastakbarū innā kunnā lakum taba‘an fahal antum mugnūna ‘annā naṣībam minan-nār(i).
Akkasumas (Yaadadhaa), yeroo isaan si’ool keessatti wal falman, warri dadhaboon warra of jajuun, "Dhugumatti nuti hordoftoota keessan turre, kanaaf (adabbii) ibidda nu mudate keessaa muraasa gadhiisuu dandeessu?"