38
Q.S Ghaafir (40:38)
وَقَالَ الَّذِيْٓ اٰمَنَ يٰقَوْمِ اتَّبِعُوْنِ اَهْدِكُمْ سَبِيْلَ الرَّشَادِۚ
wa qālal-lażī āmana yā qaumittabi‘ūni ahdikum sabīlar-rasyād(i).
Mu’minaan immoo "yaa saba koo! Na duukaa bu'aa, ani karaa qajeelaa isinitti agarsiisa" jedhe.