37

Q.S Ghaafir (40:37)

اَسْبَابَ السَّمٰوٰتِ فَاَطَّلِعَ اِلٰٓى اِلٰهِ مُوْسٰى وَاِنِّيْ لَاَظُنُّهٗ كَاذِبًا ۗوَكَذٰلِكَ زُيِّنَ لِفِرْعَوْنَ سُوْۤءُ عَمَلِهٖ وَصُدَّ عَنِ السَّبِيْلِ ۗوَمَا كَيْدُ فِرْعَوْنَ اِلَّا فِيْ تَبَابٍ ࣖ

asbābas-samāwāti fa aṭṭali‘a ilā ilāhi mūsā wa innī la'aẓunnuhū kāżibā(n), wa każālika zuyyina lifir‘auna sū'u ‘amalihī wa ṣudda ‘anis-sabīl(i), wa mā kaidu fir‘auna illā fī tabāb(in).

(sun ...dha) karra samii, akkan Waaqa Musee arguuf, garuu ammas akka sobduutti isa ilaala." Akkasitti immoo Fir'a'uun hojiin isaa badaan, karaa (sirrii) irraas cufame, gowwoomsaan Fara'oon immoo kasaaraa malee homaa akka hin fidne ta'e.