21

Q.S Ghaafir (40:21)

۞ اَوَلَمْ يَسِيْرُوْا فِى الْاَرْضِ فَيَنْظُرُوْا كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الَّذِيْنَ كَانُوْا مِنْ قَبْلِهِمْ ۗ كَانُوْا هُمْ اَشَدَّ مِنْهُمْ قُوَّةً وَّاٰثَارًا فِى الْاَرْضِ فَاَخَذَهُمُ اللّٰهُ بِذُنُوْبِهِمْ ۗوَمَا كَانَ لَهُمْ مِّنَ اللّٰهِ مِنْ وَّاقٍ

awalam yasīrū fil-arḍi fayanẓurū kaifa kāna ‘āqibatul-lażīna kānū min qablihim, kānū hum asyaddu minhum quwwataw wa āṡāran fil-arḍi fa'akhażahumullāhu biżunūbihim, wa mā kāna lahum minallāhi miw wāq(in).

Isaanis lafa irra naanna'anii, ergasii warra isaan dura turan maal akka ta'e hin ilaalanii? Namootni kuni humna isaan caala qabanii fi hambaa (qaroomina) (caala) qaban dachii irratti, garuu Rabbiin cubbuu isaaniif isaan adabe. Wanti (adabbii) Rabbii irraa isaan eegu hin jiraatu.