20

Q.S Ghaafir (40:20)

وَاللّٰهُ يَقْضِيْ بِالْحَقِّ ۗوَالَّذِيْنَ يَدْعُوْنَ مِنْ دُوْنِهٖ لَا يَقْضُوْنَ بِشَيْءٍ ۗاِنَّ اللّٰهَ هُوَ السَّمِيْعُ الْبَصِيْرُ ࣖ

wallāhu yaqḍī bil-ḥaqq(i), wal-lażīna yad‘ūna min dūnihī lā yaqḍūna bisyai'(in), innallāha huwas-samī‘ul-baṣīr(u).

Rabbiin immoo haqaan murteessa. Osoo warri Isa malee gabbaraman waa murteessu dadhaban. Dhugumatti Rabbiin Inni waan hunda dhaga’u, waan hunda arguudha.