16
Q.S Ghaafir (40:16)
يَوْمَ هُمْ بٰرِزُوْنَ ۚ لَا يَخْفٰى عَلَى اللّٰهِ مِنْهُمْ شَيْءٌ ۗلِمَنِ الْمُلْكُ الْيَوْمَ ۗ لِلّٰهِ الْوَاحِدِ الْقَهَّارِ
yauma hum bārizūn(a), lā yakhfā ‘alallāhi minhum syai'(un), limanil-mulkul-yaum(a), lillāhil-wāḥidil-qahhār(i).
(i.e.) guyyaa (yeroo) isaan (awwaala keessaa) bahan; wanti haala isaanii keessa jiru Rabbiin jalaa dhokate hin jiru. (Ergasii Rabbiin akkana jedhe) "Har'a mootummaan kan eenyuuti?" Kan Rabbii olta’aa, hundarra moo’ataa ti.