15

Q.S Ghaafir (40:15)

رَفِيْعُ الدَّرَجٰتِ ذُو الْعَرْشِۚ يُلْقِى الرُّوْحَ مِنْ اَمْرِهٖ عَلٰى مَنْ يَّشَاۤءُ مِنْ عِبَادِهٖ لِيُنْذِرَ يَوْمَ التَّلَاقِۙ

rafī‘ud-darajāti żul-‘arsy(i), yulqir-rūḥa min amrihī ‘alā may yasyā'u min ‘ibādihī liyunżira yaumat-talāq(i).

(Inni) sadarkaan ol’aanaa, Abbaa Arshii, kan gabroota Isaa keessaa nama fedhetti mul’ata buusu, (namoota) Guyyaa Walgahii (Guyyaa Qiyaamaa) akka akeekkachiisuuf, .