95
Q.S Yuunus (10:95)

وَلَا تَكُوْنَنَّ مِنَ الَّذِيْنَ كَذَّبُوْا بِاٰيٰتِ اللّٰهِ فَتَكُوْنَ مِنَ الْخٰسِرِيْنَ

wa lā takūnanna minal-lażīna każżabū bi'āyātillāhi fa takūna minal-khāsirīn(a).

Gonkumaa immoo warra aayata Rabbii kijibsiisan keessaa hin ta’iin, yoo ta’uu baate warra kasaaraan irra ga’u keessaa ni taati.