94
Q.S Yuunus (10:94)
فَاِنْ كُنْتَ فِيْ شَكٍّ مِّمَّآ اَنْزَلْنَآ اِلَيْكَ فَسْـَٔلِ الَّذِيْنَ يَقْرَءُوْنَ الْكِتٰبَ مِنْ قَبْلِكَ ۚ لَقَدْ جَاۤءَكَ الْحَقُّ مِنْ رَّبِّكَ فَلَا تَكُوْنَنَّ مِنَ الْمُمْتَرِيْنَۙ
fa in kunta fī syakkim mimmā anzalnā ilaika fas'alil-lażīna yaqra'ūnal-kitāba min qablik(a), laqad jā'akal-ḥaqqu mir rabbika falā takūnanna minal-mumtarīn(a).
Kanaafuu ati (Muhammad) waan Nuti sitti buusne irratti shakkii yoo qabaatte, sana booda nama kitaabicha si dura dubbise gaafadhu. Dhugumatti dhugaan Rabbii kee biraa sitti dhufte, kanaaf gonkumaa warra shakkan keessaa tokko hin ta’iin.