107
Q.S Yuunus (10:107)
وَاِنْ يَّمْسَسْكَ اللّٰهُ بِضُرٍّ فَلَا كَاشِفَ لَهٗ ٓاِلَّا هُوَ ۚوَاِنْ يُّرِدْكَ بِخَيْرٍ فَلَا رَاۤدَّ لِفَضْلِهٖۗ يُصِيْبُ بِهٖ مَنْ يَّشَاۤءُ مِنْ عِبَادِهٖ ۗوَهُوَ الْغَفُوْرُ الرَّحِيْمُ
wa iy yamsaskallāhu biḍurrin falā kāsyifa lahū illā huw(a), wa iy yuridka bikhairin falā rādda lifaḍlih(ī), yuṣību bihī may yasyā'u min ‘ibādih(ī), wa huwal-gafūrur-raḥīm(u).
Yoo Rabbiin balaa sirra gahe immoo isa malee eenyullee isa buqqisuu hin danda’u. Rabbiin tola siif yoo barbaade immoo namni tola Isaa ganuu hin danda’u. Gabroota Isaa keessaa nama fedheef gaarummaa kenna. Inni Hundaa Araarama, Rahmata Godha.