106
Q.S Yuunus (10:106)

وَلَا تَدْعُ مِنْ دُوْنِ اللّٰهِ مَا لَا يَنْفَعُكَ وَلَا يَضُرُّكَ ۚفَاِنْ فَعَلْتَ فَاِنَّكَ اِذًا مِّنَ الظّٰلِمِيْنَ

wa lā tad‘u min dūnillāhi mā lā yanfa‘uka wa lā yaḍurruk(a), fa in fa‘alta fa innaka iżam minaẓ-ẓālimīn(a).

Akkasumas waan Rabbiin ala si hin fayyadnee fi (akkasumas) balaa sitti hin fidne hin gabbariin, sababni isaas yoo (sana) goote, dhugumatti badii hojjetan keessaa tokko taata."