45
Q.S Fussilat (41:45)
وَلَقَدْ اٰتَيْنَا مُوْسَى الْكِتٰبَ فَاخْتُلِفَ فِيْهِ ۗوَلَوْلَا كَلِمَةٌ سَبَقَتْ مِنْ رَّبِّكَ لَقُضِيَ بَيْنَهُمْ ۗوَاِنَّهُمْ لَفِيْ شَكٍّ مِّنْهُ مُرِيْبٍ
wa laqad ātainā mūsal-kitāba fakhtulifa fīh(i), wa lau lā kalimatun sabaqat mir rabbika laquḍiya bainahum, wa innahum lafī syakkim minhu murīb(in).
Dhugumatti immoo, Kitaaba (Toora) Museef kennine, falmisiisaa ta’e. Osoo murteen duraan Rabbii kee irraa hin jiraatin silaa kaafirri ni balleeffama ture. Dhugumatti immoo shakkii guddaa keessa turan.