37
Q.S Fussilat (41:37)
وَمِنْ اٰيٰتِهِ الَّيْلُ وَالنَّهَارُ وَالشَّمْسُ وَالْقَمَرُۗ لَا تَسْجُدُوْا لِلشَّمْسِ وَلَا لِلْقَمَرِ وَاسْجُدُوْا لِلّٰهِ الَّذِيْ خَلَقَهُنَّ اِنْ كُنْتُمْ اِيَّاهُ تَعْبُدُوْنَ
wa min āyātihil-lailu wan-nahāru wasy-syamsu wal-qamar(u), lā tasjudū lisy-syamsi wa lā lil-qamari wasjudū lillāhil-lażī khalaqahunna in kuntum iyyāhu ta‘budūn(a).
Akkasumas mallattoolee guddummaa Isaa keessaa muraasni halkan, guyyaa, aduu fi ji’a dha. Aduufis hin jilbeenfatinaa fi ji’aaf hin jilbeenfatinaa, Rabbii isaan uumeef malee, yoo Isa qofa gabbartan.