80
Q.S Ghaafir (40:80)
وَلَكُمْ فِيْهَا مَنَافِعُ وَلِتَبْلُغُوْا عَلَيْهَا حَاجَةً فِيْ صُدُوْرِكُمْ وَعَلَيْهَا وَعَلَى الْفُلْكِ تُحْمَلُوْنَۗ
wa lakum fīhā manāfi‘u wa litablugū ‘alaihā ḥājatan fī ṣudūrikum wa ‘alaihā wa ‘alal-fulki tuḥmalūn(a).
Isaan (horii) keessaa fi kaayyoo garaa keessan keessa jiru (isaan yaabbachuudhaan) akka argattan faayidaan biroo isiniif jira. Isaan irrattis, dooniiwwan irrattis ni baatamu.