Q.S Ghaafir (40:78)
وَلَقَدْ اَرْسَلْنَا رُسُلًا مِّنْ قَبْلِكَ مِنْهُمْ مَّنْ قَصَصْنَا عَلَيْكَ وَمِنْهُمْ مَّنْ لَّمْ نَقْصُصْ عَلَيْكَ ۗوَمَا كَانَ لِرَسُوْلٍ اَنْ يَّأْتِيَ بِاٰيَةٍ اِلَّا بِاِذْنِ اللّٰهِ ۚفَاِذَا جَاۤءَ اَمْرُ اللّٰهِ قُضِيَ بِالْحَقِّ وَخَسِرَ هُنَالِكَ الْمُبْطِلُوْنَ ࣖ
wa laqad arsalnā rusulam min qablika minhum man qaṣaṣnā ‘alaika wa minhum mal lam naqṣuṣ ‘alaik(a), wa mā kāna lirasūlin ay ya'tiya bi'āyatin illā bi'iżnillāh(i), fa'iżā jā'a amrullāhi quḍiya bil-ḥaqqi wa khasira hunālikal-mubṭilūn(a).
Dhugumatti immoo, ergamtoota hedduu isin dura (Muhammad) erginee, isaan keessaa kaan waa’ee isaanii isinitti himne tokko tokko immoo waa’ee isaanii isinitti hin himne. Ergamaan kamuu mu’jii fide hin jiru, eeyyama Rabbiitiin malee. Kanaafuu ajajni Rabbii gaafa dhufe, (dhimma hundaaf) haqaan murtaa'a. Yeroo sanatti immoo warri soba qabatan kasaaraa ni argatu.